Sirna nyaata
Saayiinsiin wa’ee nyaata qoratuu sirna nyaata
jeedhama
Nyaani kompowundoota orgaanika fi inorganika
nyaata keessatti argamuu irratii hundaa’uun bakka
6tti qoodama . isaanis
Karbohayidireeti
Pirootini
Coomaa fi zayiita
Bishaan
Albuudota
Vaataminoota
[Link]
carbohydratiin elementota karbooni hodrojiini fi
oksijiini irra ijaaraama.
Akkumaa manni dhakka irra ijjaraamu carboohydreetin
moliikuli xiqqa glukossin ykn c6h12o6 irra ijarama.
Dhiibeen hanqiina carbohydratiitin dhufu marasmusii
[Link] isaa annisa namaf kenna.
2. Pirootinii
Elementota c,h,o & nitrogen. Molikuuli xiqqaa
amino asidi jeedhamuu irra [Link] asiidin
gosoota 20 olii tu jiraa .
Dhukkubni hanqinna pirootinnin dhufu kawashkori
jeedhamaa.
3. Coomaa fi zaayita
Zaayitin 84.5% carbon, 13% hydrogen, 1–3% sulfur,
fi 1% gadii kan ta’an nitrogen, oxygen, metals, and
salts.
Coomnii yeroo baaye’ee lipidi jedhamuun
beekama. Elementota c, h ,o. coomnii faayidaan
isaa vaayitamin A, vitamin D and vitamin E itti
fayyadamuf gargara.
4. Bishaan
Water is an inorganic compound with the chemical
formula H2O. It is a transparent, tasteless, odorless,[c] and nearly
colorless chemical substance, and it is the main constituent
of Earth's hydrosphere and the fluids of all known living organisms
d oxygen.
Hydrogen