Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
Lakk__________________
Guyyaa ________________
Biiroo Fayyaa Oromiyaatiif
Finfinnee
Dhiimmii :-Waraqaa Muuxannoo Durbee Maafuuzaa Ibraahim kenuu ilala
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti Ogeetti Diragistii kan ta’an Dur Maafuuzaa
Ibraahim Ogumma isaanitiin guyyaa 01/02/2014 irraa jalaqabee hanga 30/01/2016 Dunkanaa
Qorichaa Seenaa keessatti ogummaa isaanitiin deegaraa ta’anii hojechaa kan turan ta’uu fi
yeroo ammaa fedhiin hojii isaanii kan gadi lakkisan ta’uu fi waraqaa muuxanoo akka barbaadan
Mana Qorichaa kana irraa xalayaa guyyaa 07/02/2017 baraahen nu gaaggafatanii jiru.
Kanaafuu ogeetti tun akka magaalaa keenyatti ogummaa isaanitiin hojechaa kan jiran ta’uuf
gibira mootummaa kan irraa barbaadamu kanfaluu isaanii yoo beeksifnu deegarsa barbaachisu
akka godhamuuf kabajaan isin beeksifna.
Nagaa wajjin
Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
Lakk_____________________________
Guyyaa _____________________
Biiroo Fayyaa Oromiyaatiif
Finfinnee
Dhiimmii :-Waraqaa Muuxannoo Aaddee Soosinnaa Mitikkee kenuu ilala
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti Ogeettii Diragistii kan
ta’an Aaddee Soosinnaa Mitikkee Ogumma isaanitiin guyyaa 10/02/2014 irraa
jalaqabee hanga 10/11/2016 Dunkaana Qorichaa Fannoo Diimaa Magaalaa
Roobee keessatti ogeetti deegaraa ta’uun hojechaa kan jiran ta’uu fi
yeroo ammaa fedhii isaanitiin hojii kan gadi lakkisan ta’uu fi waraqaa
muuxannoo akka barbaadan xalayaa guyyaa 10/11/2016 Dunkaana
Qorichaa kana irraa baraahen nu gaaggafatanii jiru.
Kanaafuu ogeettin kun akka magaalaa keenyatti ogummaa isaanitiin
hojechaa kan turan ta’uuf gibira mootummaa kan irraa barbaadamu
kanfaluu isaanii yoo beeksifnu deegarsa barbaachisu akka godhamuuf
kabajaan isin beeksifna.
Nagaa wajjin
Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
Lakk_____________________________
Guyyaa _____________________
Biiroo Fayyaa Oromiyaatiif
Finfinnee
Dhimmi :-Bu’aa insipeekshinii erguu ilala
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti Aaddee Baqqalach Dhufeeraa
Abbaa Qabeenyaa ta’uun Addee Hilinaa Dajanee Ogeessa ta’uun Magaalaa keenya
keessatti Dunkaana Qorichaa banuu akka barbaadan xalayaa 4/11/2016 lakk 22,022 Biiroo
Fayyaa Oromiyaa irraa baraaheen nugaafatanii jira
Kanuma irraa ka’uun dhaabbata qophaa’e ulaagaa barabbachisu koreen erga adda baasen
manichi ilaalee booda ulaagaa waan guutuuf dhaabbata fayyaa irraa 100m waan fagaatuuf
hayyamni akka kennamuuf yoo jennu kabajaan isin beeksifna.
Nagaa wajjin
Lakk___________________________
Guyyaa________________________
Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
0Abbaa Taayitaa Galiiwwan Bulchiinsa Magaalaa Roobeetif
Roobee
Dhimmi:-Waa’ee waraqaa raga gibira mindaa ilala
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti hojetoonni dhaabbilee
Fayyaa adda addaa magaalaa keenya keesa jiran
ቁጥር,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,
ቀን--------------------
ለኢትዮጵያ ምግብና መድሀንት ባለስልጣን ሀዋሳ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት
ሀዋሳ
ጉደዩ፡ስለሰነቴ የመድሀንትና የህክምና መሰርያዎች ማከፈፋያን ይመለከታል
Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
ከላይ በርእሱ ላይ ለመጥቃስ እንደተሞከረዉ ሰነቴ የመድሀንትና የህክምና መሰርያዎች ማከፈፋያ ድርጅት የኢትጵያ
ምግብና መድሀንት ባለስልጣን ሀዋሳ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት በቀን 10/10/2016 ቁጥር 04-682-1107 በተጻፈልን
ደንደቤ መሰራት በ 12/03/2016 በተደረገዉ ቁጥጥር የታዩትን ጉድላቶች መስታከከሉን እንድናይ
አስታዉቀዉናል፤፤
ስለዘህ እኛም በበኩላችን የመስርያቤታችን በልደራበ የሆኑ ሁለት ባለሙያ ልከን ቤቱን ስታይ ከዝህ ባፍት የታገኙትና
ከተራ ቁጥር 1 -15 የተዘረዘሩት ጉድለቶች ሁሉም የተስተከከሉ መሆኑን የረገገጥን መሆኑን እንገልፃለን
ከሳላምታ ጋር
Lakk______________________________
Guyyaa_____________________________
Biiroo Fayyaa Oromiyaatiif
Finfinnee
Dhimmi:-Waa’ee kiliinika Jalqabaa Hawwii ilaala
Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti Kiliinika jalqabaa Hawwii
Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Goobbaatti bamamee hojechaa erga turee
booda 30/10/2013 irraa jalqabee sababa mana duraan keessatti hojetan
keessaa bahanii manni haaraa kireefatan ulaagaa kiliinika jalqabaa waan hin
guuneef kiliinikichi cufamee Abbaa mana kireessee fi Abbaa qabeenyaa
kiliinikaa gidduutti mormii mana murtii irra turan.
Haata’u malee yeroo ammaa manni murtii himannoo kiliinika kanaa irratti
gaafa guyyaa 4/7/2016 murtii erga kennee booda yeroo ammaa kiliinika
jalqabaa kana deebisanii banuu akka barbaadan iyyannoon yoo gaafatan
akkaataa qajeelfama Biirroo keenyatiin Kiliinika jalqabaa deebisanii baanuu
akka hin danda’amne itti himnee fudhachuu waan didaniif gama keessaniin
murtiin barbaachisaa akka itti kennamu kabajaan isin gaafanna.
Nagaa wajjiin
Lakk_____________________
Guyyaa___________________
Abbaa Taayitaa Galiiwwan Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetiif
Abbaa Taayitaa Galiiwwan Kutaa Magaalaa Zeeyibala Walasheetiif
Abbaa Taayitaa Galiiwwan Kutaa Magaalaa Goobbaatiif
Roobee
Dhimmi:-Kafaltii hayyama gahumsa dhaabbilee Fayyaa beeksisuu ilaala
Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti dhaabbileen Fayyaa
Magaalaa keenya keessa jiran hayyama gahumsaa wagga waggan akka
haaromsaman ni yaadatam.
Kanaafuu dhaabbilee Fayyaa kutaa Magaalaa keessan keessa jiran lakkoofsa
baankii keessan irratti qarshii 400.00(dhibba afur) yoo galchan nagaheen
murameefii akka nuuf ergamu kabajaan isin gaafanna.
Nagaa wajjin
Lakk____________________
Guyyaa __________________
Biiroo Fayyaa Oromiyaatiif
Finfinnee
Dhiimmii:-Waraqaa Muuxannoo Obboo Boonaa Billuu Tukee kenuu ilala
Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti Ogeessa Diragistii kan ta’an Obboo Boonaa
Billuu Tukee Ogumma isaanitiin guyyaa 01/01/2014 irraa jalaqabee hanga 30/08/2015
Dunkana Qorichaa Gadaa keessatti akkasummas Guyyaa 01/09/2015 irraa jalqabee hanga
30/12/2016tti Dunkana Qoricha Baalee keessaatti ogummaa isaanitiin deegaraa ta’anii
Mootuumaa naannoo oromiyattii በኦሮሚያ ክልላዊ
መንግስት
Wajjiira Eegumsaa Fayyaa Bulchiinsaa የሮቤ ከተማ አስተዳደር ጤና ጥበቃ Î/ቤት
Magaalaa Roobee
hojechaa kan turan ta’uu fi yeroo ammaa waraqaa muuxanoo akka barbaadan dhabbata kana
irraa xalayaa guyyaa 23/01/2017 baraahen nu gaaggafatanii jiru.
Kanaafuu Ogeessii Kun akka magaalaa keenyatti ogummaa isaanitiin hojechaa kan jiran ta’uuf
gibira mootummaa kan irraa barbaadamu kanfaluu isaanii yoo beeksifnu deegarsa barbaachisu
akka godhamuuf kabajaan isin beeksifna.
Nagaa wajjin