Gaaffiwaan armaan gadii akkaata gaafatamteen deebbisi.
1. Hojii Gidduu galuu yookaan ararsuu keessati hojjiiwan yesuus hojjete
bal’inaan ibsi. Kutaa macaafa qulqulluu gargaaramuun. (3%)
2. Ergamootaaf sagaduun maaliif dhorkamee nu biratti? Fakkeenyati
gargaaramuun bal’inaan ibsi kutaa macaafa qulqulluu keessa. (3%)
3. Garaa garummaa Amantaa fi amantii ibsi? (2%)
4. Macaafota dabaalata warri jedhamaan sabaaboota akkamiif macaafa
qulqulluutti hin dabaalamiin hafan? (3%)
5. Lubbummaa kakuu moofaafi kakuu haara gidduu garaa garummaa
akkamitu jira? (3%)
6. Goosota barsiisaa sobaa yeroo amma kana addunyaa keessatti jequmsa
waldaa kiristaana keessatti fidaa jiraanni fi toftaalee ittiin barsisa
sobaa ittisuu dandeenyu barreessi? (3%)
7. Kutaalee warri orthodox itti gargaaramuun namootni qulqullootni nuuf
kadhuu danda’u jedhan keessa kan baayyee siif hubbatame lama irratti
yaada kee fi kuticha irraa waan hubbate barreessi? (3%)
Hubbachiisa: Gaaffiiwan kana yeroon isin itti xummurtannii galchuu
qabdan baratootni qormaata irra jirtan guyyaa 04/08/2014 ta’uu
beektanni yeroo jedhame kana keessatti galchuun dirqamma jalaalaan
nuuf kennameedha.
Baratootni boqonnaa irra jirtan turti torban tokko keessatti galchuun
keessaan dirqama ta’a hanga 23/07/2014tti ta’uu beeka.
Qopheessan Amanuel Shifera 1