Jump to content

hubachuu

Wiktionary irraa

Afaan Oromoo

[gulaali]

Afaaneffannoo

[gulaali]
  • Syllables - hu-ba-chuu, Count - 3

Gochima

[gulaali]

gochima

  1. haala ykn dhugaa jiru beekuu
  2. hubanno gahaa qabaachuun dhimma tokko irratti qooda fudhachuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'