hirkachuu
Appearance
Afaan Oromoo
[gulaali]Afaaneffannoo
[gulaali]Gochima
[gulaali]- of danda'uu dhabuun gargaarsa qaama biroo irratti rarra'uu
- Jirachuuf ykn milkaa'ina argachuuf nama tokko ykn waan tokko fedhuu
- kan biroo irratti maxxanuu ykn irratti hundaa'uu. Biyyotni guddachaa jiran dinagdeen isaanii boodati hafaa waan ta'eef gama hundaan biyyoota gddaatan irratti hirkattummaa agarsiisu (Moggoo: maxxantummaa)