Jump to content

galchuu

Wiktionary irraa

Oromoo

[gulaali]

Afaaneffannoo

[gulaali]
  • Syllables - gal-chuu, Count - 2

Gochima

[gulaali]

gochima

  1. akka galu gochuu.
Fakkeenya ° (Horii mooraatti galchuu).
  1. waan' liqeeffatan yookiin ergifatan abbaaf deebisuu.
Fakkeenya ° (kooraa ergifateeti galchuu dide).
  1. bakkatti deebisuu.
Fakkeenya ° (Ogeessa tu harka bugqa'e bakkatti galcheef).

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'