Jump to content

doping

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. (Ispoortii) * qoricha seeraan alaa ga'umsa, dandeettii fi hojii namaa dabalu, qoricha seeraan alaa atileetonni sochii, shaakala fi dorgommii ispoortii adda addaa keessaatti ga'umsa, dandeettii fi hojii isaanii akka dabaluu fi si'eessu fudhatani dha. Innis kunis seeraan qoratamee irra ga'amnaan seeraan nama gaafachiisa, dorgommii ala nama godha

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'