Jump to content

diffusion

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. (Baayooloojii) * diffiyuuzhinii, adeemsa moolekiyuulonni ykn atoomonni ykn ayoononni bakka cunqoon isaanii guddaa ta'e irraa gara cunqoon isaanii xiqqaa ta'eetti ya'ani dha. Yommuu cunqoon gama lamaanii walqixxaatu yaa'insi gara lamaanitti ta'u wal qixxaata.
  2. (Keemistirii) * diffiyuuzhinii, sochii moolekiyuulonni gaasotaa gara samittii taasisan ykn tamsa'ina gaasiin tokko gaasii biroo wajjin taasisu dha.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'