Jump to content

dialect

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. looga, cabaqa ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Seenaa) * looga, haala haasaa keessumaa naannoonii fi gareen hawaasaa murtaa'aa ta'e tokko fayyadamu
  2. (Seer-luuga) * looga, Akkaataa dubbii afaanii. Fkn: Oromoon loogota/akkaataa dubbii baayyee qaba; isaanis looga Booranaa, looga Maccaa, giddugaleessaa akka fakkeenyaatti ni fudhatama
  3. (Seer-luuga) * looga, garaagarummaa haala dubbannaa yookiin hiikaa jechoota afaan tokkoo keessatti argamudha

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'