Jump to content

device

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. meeshaa
  2. karoora, tooftaa ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Jecha waliigalaa, Kompiyuutara) * meeshaa, meesha ykn mi'a faayidaa adda addaatiif akkuma barbaachisummaa isaatti akka ooluuf karoorfamee tolfamu dha. Fkn: Meesha iskaanerii (scanner) kan daataa waraqaa irraa gara dijiitaalaatti jijjiiru.(Moggoo: meeshaa, mi'a).

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'