Jump to content

density

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. rukkina ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Ji’oogiraafii) * rukkina, hamma wantoonni walitti siqanii ykn wal irraa hiiqanii argaman. Lafti marga Saavaanaa heddummina bineensootaa guddaa qabaachuun beekama (rukkina bineensotaa guddaa qaba jechuu dha). Magaalaa keessaatti uummanni walittii hiiqee jiraata (rukkina guddaa qaba jechuu dha)
  2. (Keemistrii, Fiiziksii) * rukkina, baayina wantoota qabee, bal'inaa ykn dheerina waan yuunitii safaraa tokko keessatti argamu dha.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'