Jump to content

correlation

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. (Qorannoo) * maliiroo, firooma wantoota lamaa fi isaa ol gidduutti argamu dha. (positive correlation= maliiroo poozetiivii, negative correlation= maliiroo negetiivii). (Moggoo: correlation=maliiroo, relationship=hariiroo, firooma)
  2. (Saayikooloojii) * sadarkaa hariiroo, qaaccessa qorannoo lakkoofsawaa keessatti hariiroon qabattooti/dhiibbaawwan lama waliin qaban kana jechuun tokko yemmuu dabalu inni kaan dabaluufi hir'achuu isaa keessatti hubannudha. Koffishentiin sadarkaa hariiroo +1 fi -1 gidduutti kan argamu yemmuu ta'u, sadarkaan hariiroo +1/-1 ta'e jechuun hariiroo guutuu jechuudha. Akkuma kanatti gara +1/-1 tti yemmuu butataa adeemu hariiroo cimaa yemmuu jennu gara lachaniin gara 0 tti siqachaa yemmuu deemu hariiroo dadhabaa, akkasumas 0 yemmuu ta'u hariiroon hinjiru jechuun ibsama jechuudha

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'