Jump to content

container

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. meeshaa waa keessa kaa'an
  2. Saanduqa Sibiilaa guddaa meeshaalee garaagaraa biyyaa biyyatti doonii fi makiinaadhaan ittiin deddeebisan ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Jecha waliigalaa) * baataa, waan waan tokko baatu. Fkn: dhangala'oon boca murtaa'aa hin qaban; boca baataa isaanii qabaatu.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'