constructivism
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- (Barnoota) * ijaarsitummaa, muuxxannoo ofii irraa beekumsa ijaarrachuu. muuxxannoo ofiirraa ijaarrachuun barachuu kan jennu yaad-hiddama barachuun haala walirraa hin cinneen dammaqinaan muuxxannoo amma argachaa jiruu fi kan duraan qabu irraa ka'uun yaada ijaaraa deemuu dha; barachuu kan murteessu kakaasa alaa nutty fe'amu osoo hin taane tattaaffii dhuunfaa ti. (constructivists = ijaarsitoota)