conscience
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- qalbii, sammuu, surrii ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Saayikooloojii) * yaadsafuu, qaama yaad-sammuu namaa kan yaada (fedhii) ofii kan namoota biroo ykn safuu hawaasaan madaaluudhaan akka yaadan nama dandeessisudha. yaadsafuun gochuudhaanis gochuu dhiisuudhaanis ni calaqqisiifama. namni safuu hawaasaa eeguu yemmuu dhiisu yaadsafuunsaa badaa adeema. Akka yaad-hiddama sansakaa Firuuyiditti qaama superigoo ta'ee amala fudhatamaa hin-taane kan nama yaadachiisudha