composition
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- barreeffama (kan walaloo fi muuziiqaa)
- barreeffama qu'annoo gaggabaabaa kan barattoota yunivarsititiin qopheeffamu ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Jecha waliigalaa) * ruqoolee, waan wanti tokko of keessatti qabatu ykn irraa uumame. ruqooleen qilleensaa naayitiroojinii, ooksijiinii, hayidiroojinii fi qilleensa biroo dha.
- (Seer-luuga) * ijaarsa, hiikni hima tokkoo unkaa hiika unkaalee xinqooqaa ofkeessatti hammachuu isaanii kan ilaallatudha kana jechuun irraa-jalummaafi duraa-duubummaa caasaalee xixiqqoon hiika garaagaraa qaban walitti qindaa'anii hiika isaanirra guddaa tokko argamsiisuu kan agarsiisudha fakkeenya duraaduubummaa 'Obsan kitaaba afaan barnootaa barreesse' jechuufi 'Obsan kitaaba barnoota afaanii barreesse himoonni jedhan jechootuma walfakkaatan hima keessatti duraaduubni isaanii gargar ta'uun hiikni isaaniis gargar ta'uu danda'e. Gama irraa-jalummaatiinis fakkeenya himoota 'sangaan korma caalaa qota' akkasumas 'kormi sangaa caalaa qota' jedhan yoo fudhanne bakka jechootaa jijjiiruudhaan jijjiiramni hiikaa argame