Jump to content

coefficient

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. (Herreega, Fiiziksii) * koofiishentii, termii tokko keessatti lakkoofsi jijjiirama dura dhufu maxxantuu termichaa jedhama. Fkn: 2x, 2 maxxantuu x dha. Kana jechuun koofiishentiin hima herregaa keessatti lakkoofsa qubeewwan hima herregaa dura bu'uun baayina isaanii ibsan.
  2. (Keemistirii) * koofishentii, lakkoofsa iddoo bu'eewwan ykn foormulawwaan fuuladuratti barreefamu dha.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'