classification
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- ramaddii, goseessuu ===Gochima===
Gochima Afaan Ingiliffaa
- (Baayooloojii) * goseessuu, adeemsa wantoota ykn lubbu-qabeeyyii garee gareen qooduuti. Fakkeenyaaf, lubbu-qabeeyyiin biqilootaa fi bineeldota ykn seel-qeenxee fi seel-hedduu jedhamuun qoodamuu danda'u. Dhukkuboonni immoo kanneen baakteeriyaa fi vaayirasiin uumaman jedhamanii qoodamuu danda'u.