Jump to content

captain

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. abbaa cibraa, aankumaala ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Ispoortii) * dura bu'aa taphatootaa, dorgommii ispoortii adda addaa keessatti garee ykn taphatoota bakka bu'uun waantota tapha keessatti uumaman murteessaa waliin kan mari'atan ykn dubbatani dha
  2. (Ispoortii) * dursaa garee, tapha kubbaa keessatti taphataa amalaan, dandeettiin taphatoota biraa bakka bu'uu kan danda'u dursaa garee jedhama

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'