Jump to content

call

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. waamicha
  2. iyya/weedduu simbirroo
  3. manaa deemanii nama dubbisuu
  4. haasaa bilbilaan godhamu ===Gochima===

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. waamuu
  2. nami tokko bakka murtaa'aa tokko akka dhufu gaafachuu/ajajuu (xalayaa, bilbilaa fi kk fakkaataniin)
  3. mana deemanii nama dubbisuu
  4. waanti tokko akka ta'u ajajuu/ beeksisuu
  5. dammaqsuu 6] Caalbaasii iratti gatiin dhiheessuu ===Gochima===

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. (Jecha waliigalaa, Kompiyuutara) * bilbili, sagantaa telekoomii keessatti bilbilli akka lakkoofsa tajaajila adda addaa irratti akka waamu gargaara.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'