cabbage
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- shaanaa, yumoo, kaaboolii, raafuu maraa ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Jecha waliigalaa) * raafuu, gosa kuduraa baay'inaan baalli isaa nyaatamu dha. Vaayitaamin Cdhaan kan badhaadhe dha.
- (Seer-luuga) * qurumboo, akaakuu raafuu keessaa isa baalli isaa maramaa ta'e yookiin raafuu maramaa