Jump to content

brain

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. surrii, yaadsammuu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Baayooloojii) * sammuu, kutaa qaama bineeldota sirna narvii sirriitti dagaage qabanii ta'ee waa yaaduuf gargaaru dha. Nama keessatti dagaagina ol'aanaa irratti kan argamuu fi namni bineeldota biroo irraa akka adda ba'u kan taasise dha. Duree sammuu, gidduu sammuu fi duubee sammuu ilaali.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'