Jump to content

avoid

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Gochima

[gulaali]

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. waan tokko hojjechu irraa of ittisuu
  2. ittisuu, dhorkuu ===Gochima===

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. (Seenaa) * dhorkuu, waan tokko akka hin godhamne ykn hin raawwatamne taasiisuu akka iddoo ykn nama tokko bira hin deemne gochuu (Moggoo: dhowwuu, hambisuu, ittisuu)

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'