attach
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Gochima
[gulaali]Gochima Afaan Ingiliffaa
- maxxansuu, qubsiisuu, itti uddeeluu ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Kompiyuutara) * miiltessi, maddi jecha kanaa miiltoo kan jedhu irraa yeroo ta'u hiikni isaan nama waliin deeman (imalan) jechuu dha. Kanaaf kompiyutara keessatti ergaa tokko (fkn, e-mail) erguuf barreeffama akka ergaatti barreessine faana faayila biroo yoo erginu miiltoo ta'anii waliin bakka barbaadame deemu jechuu dha. Bu'uruma kanaan jecha miiltessi=akka miiltoo walii ta'an taasisi jechuutti hiikama.