argument
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- falmii, falammii ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Herreega) * raggaasa, raggaasa jechuun yaada dhugummaa qabu tokko bira gahuuf himamoota haal dureewwan (premises) p1, p2, p3,..., pn gargaaramuun sababeessun haala ittiin yaada guduunfaa bira gahamu dha. Mallattoon yoo ibsinu p1, p2, p3,..., pn, Q ta'a. Fakkenya maatiin Boontuu Arsii jiraatu. Tolaan abbaa Boontuuti. Kanaafuu Tolaan Arsii jiraatu.
- (Kompiyuutara) * qajeelfama, ajaja kompiyuutaraa akka wanti tokko tartiiba isaa eegee tajaajila barbaadame kennu taasisu. Madda jecha kanaa: qajeelchuu=sirreessuu=qixeessuu=kallattii agarsiisuu.
- (Seenaa) * falmii, wal falmii namootaa ykn garee lamaan taasifamu ta'ee kan sababoota dhiyeessuun akka namootni isaan deeggaran yaaluu 2.aariidhaan namoota waliin waliigaltee dhabuu