alloy
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- albuuda wal makaa (keessattuu sibila) ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Keemistirii) * laaqii, makaa sibiilota lamaa ykn lamaa olii, sibiila fi sibiilaalaa ruqoolee isaanii baqan walitti makuudhaan kan uumamu dha. Fkn: biraasii Cu (60-70%), Zn (40-30%), biroonzii Cu (75%), fi Sn (25%), soldarii Pb(50-80%) fi Sn (50-20%) duraalaminii Al(95%), Cu(4%), Mg(1%).