Jump to content

affect

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Gochima

[gulaali]

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. dhiibbaa gochuu
  2. tuquu
  3. miira gaddaa ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * dhibeessi, ajaja kompiyutaraa wanti nuti filanne akka jijjiiramu godhu.
  2. (Seenaa) * dhiibbaa, waan duraan ture tokko irratti miidhaa kan qabu ykn jijjiirama kan fidu. Fkn: guddinni teekinooloojii karaa aadaa hojii, barnoota, hawaasummaa fi kkf irratti dhiibbaa hamaa gochaa jira

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'