acknowledgment
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- (Barnoota) * galata, galata kan jedhamu kitaaba ykn qorannoo keessatti yaada barreessaan (qorataan) namoota odeeffannoo fi deeggarsa milkaa'ina hojichaatiif godhan kan itti galeeteffatanu dha
- (Xiinqooqa) * galata, hojii qorannoo keessatti dhaabbilees ta'e namoota dhuunfaa deggersa addaddaa godhaniif galata dhiyeessuun barbaachisaadha