Jump to content

STI

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. (Baayooloojii) * DSD, dhukkuboota gocha walqunnamtii saalaatiin namarraa namatti daddarban. Kunis dhiira ykn dubartii dhukkuba kanaan qabame ykn qabamte waliin yommuu walqunnamtiin saalaa raawwatamu daddarba. (STI: sexually transmitted infection; DSD: dhukkuboota saalqunnamtiin daddarban).

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'